dachafamuu go.

GAO

Hiika

1. akka walitti deebi'u godhamuu, walitti raramuu. 2. waanti baay'een, fakkenyaaf loon gara manaatti galfamuu; Horiin dallaatti dachaafamtu malee ala bullaan bineensatu nyaata.
Sponsors