Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dachaafachuu go.
dachaafachuu go.
GAO
Hiika
1. waan ofii deebifachuu; Naxalaan kee lafa gayee dachaafadhu. 2.nama arrabsuu Yookiin dubbiidhaan nama tuquu dhiisuu; Arraba kee na irraa dachaafadhu, si ga'aa!
Sponsors