Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
buluu go.
GAO

bakkee tokkotti alkan dabarsuu; Edana as buluu barbaaddaa? 2. yeroo dheeraa jiraachuu, turuu (umrii...

buna ma.
GAO

muka buusaan isaa yeroo bilchaatu akaayanii, tumanii, danfisanii dhugan. 2. buusaa yookiin ija muka ...

buna ma.
GAO

muka buusaan isaa yeroo bilchaatu akaayanii, tumanii, danfisanii dhugan. 2. buusaa yookiin ija muka...

buna qaluu go.
GAO

buna qalaa qopheessuu.

buna qaluu go.
GAO

buna qalaa qopheessuu.

bunee
GAO

"korkorii" ilaalaa.

buniitii
GAO

"bununii" ilaalaa.

buninyii ma.
GAO

xaafii diimaa dafee ga'u, meesoo.

buninyii ma.
GAO

xaafii diimaa dafee ga'u, meesoo.

bununii ma.
GAO

silmii gabbate, buniitii.

bununii ma.
GAO

silmii gabbate, buniitii.

buqaa
GAO

"shooshoo"  ilaalaa.

buqataa ma.
GAO

raammoo rifeensi isaa gurraacha ta'ee biilaa fakkaatu, abbaa coggaarree.

buqataa ma.
GAO

raammoo rifeensi isaa gurraacha ta'ee biilaa fakkaatu, abbaa coggaarree.

buqqee hadhooftuu ma.
GAO

buqqee hinsiileffamne, yookiin hinmoofomne.

buqqee hadhooftuu ma.
GAO

buqqee hinsiileffamne, yookiin hinmoofomne.

buqqee ma.
GAO

1. gosa hiddaa kan buusaan isaa dabaaqula fakkaatu; Buqqee duudaa dugdatti hidhataniiti bishaan daak...

buqqee ma.
GAO

1. gosa hiddaa kan buusaan isaa dabaaqula fakkaatu; Buqqee duudaa dugdatti hidhataniiti bishaan daak...

buqqee mataa ma.
GAO

lafee mataa

buqqee mataa ma.
GAO

lafee mataa

Sponsors