buqqee ma.

GAO

Hiika

1. gosa hiddaa kan buusaan isaa dabaaqula fakkaatu; Buqqee duudaa dugdatti hidhataniiti bishaan daaku. 2. gosa dabaaqulaa buusaan isaa nyaatamu, dabaaqula.
Sponsors