Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
wullee ma.
GAO

mi'a buqqee irraa tolfamu, kan far'soo yookiin bishaan ittiin dhugan; Bishaan Wullee tokko dhugeeti ...

wurde ma.
GAO

ilkee fanxoo kan deddeebi'ee nama dhukkubu.

wusa ma.
GAO

buqqee morma dheeraa qabdu, kan ittiin bishaan  baatan; Ganamaan bishaan wusa tokko waraabbatte. "u...

wuxirachuu go.
GAO

imimmaan haxaawwachuu,haqachuu.

wuxxifachuu
GAO

"wuxxisuu" ilaalaa.

wuxxirfacha ma.
GAO

olii gadi kaacha, jarjara, ifaaja; Wuxxirfachi humna wajjin bareeda. 2.humna malee dhama'a; Wuxxirfa...

wuxxirfachiisuu go.
GAO

oliifi gadi kaachisuu, dhamaasuu. 2.dhimna malee dhamaasuu.

wuxxirfachuu go.
GAO

oliifi gadi kaachuu, jarjaruu. 2. humna malee dhama'uu, dhidhiitachuu.

wuxxisa ma.
GAO

Taa'umsaafi dhaabbii dhabiinsa, muddama.

X,x
GAO

qubee Oromoo kan tarree digdamii afraffaa irratti argamu.

Xa'omsiisuu go.
GAO

akka xaa'omu gochuu.

xaa jechuu go.
GAO

tasa dhowuu yookiin baqaquu.

xaa'omsuu go.
GAO

waan akka dikee yookiin dhoqqee itti gatanii yookiin yeroo gabaabaaf qonnaa dhiisanii lafti akka gab...

xaa'omuu go.
GAO

lafti gabbachuu, kan qotanii yoo midhaan facaasan midhaan tolchuuf ta'u; Lafti xaa'omu malee midhaan...

xaa'oo baafachuuu go.
GAO

lafa kosii taasifachuu, gabbifachuu.

xaa'ooo ma.
GAO

1. waan lafa gabbisu, koaii yookiin dikee. 2. lafa bajjii bayee bara baraan qotamu.

xaabiyaa ma.
GAO

iddoo biiroon poolisii itti argamu, bakkee namni yakka hojjete itti yakkamee yeroo xiqqoofis itti hi...

xaafii ma.
GAO

midhaan ija shishifii kan uumamni ishee hamma tuqaa limmoo geessu, tan fireen ishee diimaa yookiin a...

xaaqa
GAO

"cuupha" ilaalaa.

xaaqaa ma.
GAO

uffata hinhodhamin kan warshallee keessaa akka bayeen jiru; xaaqaan tokko meetira digdamii torba ta'...

Sponsors