Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
naannawa da.go.
GAO

marsaa iddoo tokkoo, kan baay'ee utuu achi hinfagaatin bakka waan tokko jirutti marse argamu; Inni n...

naannawuu go.
GAO

1. itti marsuu, walakkeessatti irraa fagaatanii, bakk tokkoo ka'anii, hamma bakka irraa ka'aniitti w...

naannessuu go.
GAO

1. akka naannawu gochuu. 2. loliinsaan wal barbaaduu; Qotiyyoon wal naannessatti akka ija wal hinsee...

naannoo ma.
GAO

1.waan naannawu; Karaa naannoo hindeemin. 2. kan utuu hammeenya hinqabaatin gara hammeenyaatti hiika...

naasii
GAO

"nahaasii" ilaalaa.

naasisuu go.
GAO

naasuu itti dhageessisuu rifachiisuu.

naasuu ma.
GAO

sodaa guddaa duunyittii yookiin tasa namatti dhaga'amu, rifannaa; Du'a fira ofii yammuu dhaga'an naa...

naatoo ma.
GAO

bareedina utuu hinqabaatin, ilaalcha duwwaadhaan waan nama irraa nama gammachiisu, waan nama nama ja...

nabbabuu
GAO

"dubbisuu" ilaalaa.

nabsee godhachuu go.
GAO

1. uumamuu; Mucaan gaafuma ulfaaye nabsee godhata. 2. rakkina keessaa bawuu, kan duraa irra fooyya'u...

nabsee ma.
GAO

waan uumama sosochoosu, kan uumamni gosa biqiltuu hinta'in hundi ittii jiraatu, lubbuu; Namni nabsee...

nabseen nama harkatti baduu go.
GAO

utuu itti hinyaadin yookiin utuu hinbeekin nama ajjeesuu; Qawween harkaa baarraqee nabseen namaa har...

nabseen taphachuu go.
GAO

1. jireenyaafi du'a gidduu tursuu; Dafii ajjeesi nabseen hintaphatiniitii! 2. baay'ee rakkisuu, gar ...

nadaamaa ma.
GAO

gochuun nama irra kan ture utuu hingodhin hafuudhaan waan booda namatti dhaga'amu,gaabbii.

nadaamawuu go.
GAO

nadaamaan namatti dhagahamuu, gaabbamuu.

nadaayii ma.
GAO

dhibee dhaqna namaa madeessee cicciru, keessumattuu quba harkaatiifi uba miillaa kan ciru, qurceessu...

naddii ma.
GAO

muka qal'aa kan waanti foolii gaarii qabu irratti dibame, yammuu abiddi tuqu aara foolii gaarii baas...

nadha baasuu go.
GAO

waan hawwan, jarra'an akka argatu (argattu) gochuu.

nadha bawuu go.
GAO

waan hawwii yookiin dharraa ofii argatanii gab Jechuu.

nadha ma.
GAO

hawwii qabeenya yookiin dharraa; Horiin nadha horaa qabu, badee horaa dhaqa.

Sponsors