amantii kirisitaanaa keessatti nama addunyaan kun nagaye jedhee Waaqaaf jiraatu, kan qoobii mataatti...
akka malee bilchaatee lallaafaa,laaqamaa ta'uu; Muuziin akka malee bilchaannaan mommoquu hindhiisu.
1. jecha "ammoo" jedhamu yammuu sagalee biraa irratti dabalamee dhufu gabaabsamuu isaa kan muldhisu;...
1. humnaan irra aanuu, injifachuu; Kan humnaan caalu moo'achuu hin'oolu. 2. abshaalummaan, malaan ca...
1. humnaan gadi ta'anii jala 'ooluu, injifatamuu; Tolaan waan humnaan na caaleefan moo'ame; Biyyi da...
1. humnaan of jala oolchuu, injifachuu. 2. biyya yookiin naannoo tokko irratti mootii ta'uu, bulch...
1. yeroo dheeraadhaaf tajaajilee bututuu; Uffanni kun moofa'e; Sibiilli moofa'e qara hinqabu. 2. yer...
kan haaraa hintaane; Yaanni mootaan yeroo wajjin hindeemu; Haaraa dhaban mootaa uffachuun dirqama.
1. jecha gaaffii namaa dhiyaateef ani hinbeeku jechuuf oolu; Aabbee eessa dhaqe? Mooji; Inni maaliif...