Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
lafafachuu go.
GAO

wayee ofii akka namni dhagawuuf Jecha dubbachuu, beeksifachuu, of himuu, odeeffachuu; Waan hojjete l...

lafee cabsuu go.
GAO

1.rukutanii lafee miidhuu; Rukutaan kee lafee cabsuu hinoolle. 2. arrabsuudhaan namummaa namaa yooki...

lafee qabaachuu go.
GAO

1.fira foonii yookiin dhiigaa qabaachuu; Ani lafee qaba na irraa fagaatan malee. 2. sanyii yookiin g...

lafee qoonqootti rakkate ma.
GAO

waan fala hinqabne; dubbiin isaa dubbii lafeen qoonqootti rakkateefi.

lafoo ad.
GAO

Kan horiidhaan yookiin konkolaatadhaan utuu hinta'in kan ilallaan karaa deemu; kalleessa farda yaabd...

laga 1 ma.
GAO

1.lafa bishaan keessa yaa'u; Jallisiin laga bira qotama. 2. lafa gadi Jedhee Jiru, kan tabba irraa g...

laga 2 go.
GAO

akka waa hingoone yookiin akka hinnyaanne ankaaka;Biyya kee galuu maaltu si laga? Midhaan nyaachuu n...

lagachiisuu go.
GAO

akka lagatu gochuu. Utaalloon midhaan nyaachuu na lagachiise.

lagachuu go.
GAO

hojii hojjechuu, maqaa dhawuu, midhaan nyaachuu, w.k.f. dhiisuu; Foon hindaaqqoo lagachuun kee maali...

lagatamaa ad.
GAO

Kan lagatamu.

lagatamuu go.
GAO

akka hingodhamne yookiin akka hinnyaatamne ta'uu; Midhaan lagatamuufi midhaan nyaatamu jira, Sanbati...

lagda.ma.
GAO

ariisaa fardaa; fardi lagda jalqabe takaallaa hinbulfatu.

lagdachuu go.
GAO

fardaan farda ariisifachuu, gaansifachuu.

lagee ma.
GAO

laga baay'ee; Lagee meeqa ceetee as geessaa?

lagoo ma.
GAO

1. uffata yeroo hojii uffatamu; Gaafa ayyaanaa uffata lagoo uffatanii hin oolan 2.  "laga 2" ilaala...

lagsiisuu go.
GAO

akka lagatu gochuu; Dhukkubi nyaata nama lagsiisa.

laguu 1 go.
GAO

akka lagatu gochuu; Utaalloon midhaan nyaachuu na lage.

laguu 2 ma.
GAO

1. waan lagatamu; Maqaa dhirsaa waamuun dur laguu ture. 2. xurii dubartii yookiin dhiiga dubartiitti...

lajaf gochuu go.
GAO

akka itti qabbanaa'u gochuu, sabrii akka argatu gochuu, gab jechisiisuu; Mucaa eenga'aa tokko reebee...

lajaf jechuu go.
GAO

qabbanaa'uu, sabrii argachuu, gab jechuu; Booyicha irraa amma lajaf jedheera.

Sponsors