lafee cabsuu go.

GAO

Hiika

1.rukutanii lafee miidhuu; Rukutaan kee lafee cabsuu hinoolle. 2. arrabsuudhaan namummaa namaa yookiin kabaja namaa tuquu; Arrabni isaa lafee nama cabsa. 3.maqaa balleessuu; Abboo waan ani hinhojjenne hojjete Jettee lafee na cabsita?
Sponsors