Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
lafee qabaachuu go.
lafee qabaachuu go.
GAO
Hiika
1.fira foonii yookiin dhiigaa qabaachuu; Ani lafee qaba na irraa fagaatan malee. 2. sanyii yookiin gosa nama kan sanyii irraa ni caala jedhamee yaadamu; Lafee qabaachuu ishee utuu hinqoratin hinfuudhin.
Sponsors