laga 1 ma.

GAO

Hiika

1.lafa bishaan keessa yaa'u; Jallisiin laga bira qotama. 2. lafa gadi Jedhee Jiru, kan tabba irraa gara gadiitti argamu; Laga bunaa deeme; Mana laga keessatti ijaaruun bayii miti.
Sponsors