Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
karkarroo ma.
GAO

bineensa bosonaa, kan akka booy'ee kalaadii qabu,kan foon isaa nyaatamu.

karkarsuu go.
GAO

1.aduutti yookiin abiddatti o'isuu; Daa'ima reef dhalattu ganama ganama aduutti karkarsuun lafee jab...

karoora ma.
GAO

1. dhaabbata yookiin roga; DubarCiin yoo karoora qabaatte ijatti tolti. 2. daandii hojii duraan qoph...

karoorsaa ad
GAO

kan karoora baasu yookiin karoora buusu; Karoorsaan hojii kanaa 'eenyuu?

karoorsuu go.
GAO

1. raga rogaan kaa'uu, qixxeessuu; Mana karoorsitee keessummaa isee simatte. 2 karoora hojii baasuu.

karra ma 1.
GAO

balbala dallaa yookiin manaa; Dallaa kootiin karra ijaara. 2. dallaa, mooraa yookiin mana, Dureessi ...

kasaa ma.
GAO

fiixee itillee yookiin fiixee gogaa saawwaa, kan muki qarri yookiin mismaarri keessa bayee ittiin dh...

kasaaraa baasuu go.
GAO

badii gayeef gatii yakkaa baasuu yookiin horii daanyannataa kaffaluu; Ilmi koo mucaa namaa reebee ka...

kasaaraa ma.
GAO

1. nagadi yookiin daldalli waannaa nyaacha; Ganna soogidda nagaduun kasaaraa fida. 2.jiruufi jireeny...

kasaaraa taphachuu go.
GAO

mi'a yookiin horii qabsiisanii abbaan tapha sana mooye waan qabsiisame ana fudhachuu, qumaara taphac...

kasaarsuu go.
GAO

1.karaa adda addaatiin rori'a namaa akka hingurguramne gochuu; Mi'a isa rakasa gurguruun isa mi 'aa ...

kasaaruu go.
GAO

1.waannaa nyaatamuu. 2. yaadni ofii fudhatama dhabuu; Waan hintaane haasa'anii kasaaruu mannaa dhiis...

kasala
GAO

"cilaattii" ilaalaa.

kasala ta'uu go.
GAO

1., abiddaan, aduudhaan yookiin aariidhaan gubatanii gur'aacha'uu; Maal aarta, maaliif fuulli kasala...

kasalee ma.
GAO

garbuu guraacha,garbuu gannoo.

kashaa ma.
GAO

nyaata hojii oolanii gara galgalaa nyaatan, eeggachiisa irbaataa, ooltee.

kashaataa ma.
GAO

nyaata xinnoo kan ganama nyaatamu.

kashee qamalee ma.
GAO

gosa biqiltuu tan lafa xaa'oo qabutti margitu, bosoqee lallaaftuu.

kasoo ad.
GAO

kan amala hamaa hinqabne, danboobaa, garraamii; Loon kasoo ijoolleetu bakka  tikaatti elmata.

kasoomsuu go.
GAO

kasoo taasisuu.

Sponsors