1.karaa adda addaatiin rori'a namaa akka hingurguramne gochuu; Mi'a isa rakasa gurguruun isa mi 'aa kan koo kasaarsuu isaati. 2. karaa malee horii nama baasisanii namicha hiyyoomsuu, harka duwwaatti hambisuu; Mucaan mi 'a koo rakasa gurguree na kasaarse.