karkarsuu go.

GAO

Hiika

1.aduutti yookiin abiddatti o'isuu; Daa'ima reef dhalattu ganama ganama aduutti karkarsuun lafee jabeessa; Boqqolloo abiddatti karkarsee waade. 2. sossobanii dubbii dhokate malaan afaanii fuudhuu; Nama hamaa hojjetee dhoksu karkarsanii dubbii afaanii fuudhu. 3. waan yaadan nama irraa argachuuf itti deddeebi'uu,itti siquu, dhaqnaan godhachuu, itti marmaaranii keessa baruu; Namichi kun as deddeebi'ee intala kana maaliif karkarsaa? Namichi kun biyya kanatti marmaaruu baay'iseera, maalumaaf as karkarfataa?
Sponsors