karra ma 1.

GAO

Hiika

balbala dallaa yookiin manaa; Dallaa kootiin karra ijaara. 2. dallaa, mooraa yookiin mana, Dureessi loonii yookiin saawwaa karraan lakkaa'a. 3. horii yookiin

loon; KarriĀ  kee nagaa siif haa ta'u!
Sponsors