kasaaraa baasuu go.

GAO

Hiika

badii gayeef gatii yakkaa baasuu yookiin horii daanyannataa kaffaluu; Ilmi koo mucaa namaa reebee kasaaraa na baasise.
Sponsors