nama geeraru; "geeraraan geeraa jiraa namni geeraree hinquufne baddaa Naqamtee jira."
sagalee sirbaatiin mirga ofii yookiin yaada mirga argachuuf qaban himachuu, dhaadachuu,gerraruu.
ashaakiltii kan baalliifi mukni isaa farsoo, araqee, yookiin daadhii itti ittiin naquuf oolu.
waan ta'e bakka tokkoo fuudhanii bakkee biraatiin dhaqa, baatanii igiriin dhaqa. 2. wajjin igir de...
1. waan ta'e ba ka tokkoo fuudhamee bakka biraatiin dhaqamuu; Miini kaleessa as ture sun mana keessa...
1. waan ta'e bakka tokkoo fuudhanii bakka biraatiin dhaqu . 2. nama karaa hinbeekne yookiin kobaa de...
1. dubartii keessummaa manaa baaftee faana deemtee karaatti galchitee deebitu.2 obboleettii, obbolee...
1. keessummaa mana namaa dhufe, faana ba'anii karaatti galfatanii deebi'uu. 2. mana namaa dhufe nyaa...
1. keessummaa ofii faana deemanii karaqtti galfatanii biraa deebi'a; Obboleettiin kee keessummaa geg...
1. keessummaa mana ofiitii faana ba'anii suuta deemaa karaatt galchanii biraa deebi'a; Keessummaan n...
1. keessummaa mana ofiitii faana ba'anii karaatti galchanii biraa deebi'uu. 2. ofi irraa oofu akka d...
kan amma fedhan feelanillee hinbilchaanne. kan gorsamee yookiin abamee itti hinwayyoofne.