Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
geggeeffata ma.
geggeeffata ma.
GAO
Hiika
1. keessummaa ofii faana deemanii karaqtti galfatanii biraa deebi'a; Obboleettiin kee keessummaa geggeeffata deemte. 2. nama mana namaa dhufe nyaataafi dhugaatii sirriitti kennanii keessummeeffata. 3. waan hojjetan fiixa baafata.
Sponsors