geggeesaa ma.

GAO

Hiika

1. keessummaa mana ofiitii faana ba'anii suuta deemaa karaatt galchanii biraa deebi'a; Keessummaan nyaata irra geggeessaa gabbata. 2. mi'a ta'e bakkee tokkoo bakkee biraati deddeebi'anii guura 3. ofi irraa oofa. 4. waan hojjechuu calqaban fiixa baasa.
Sponsors