geggeessuu go.

GAO

Hiika

1. keessummaa mana ofiitii faana ba'anii karaatti galchanii biraa deebi'uu. 2. ofi irraa oofu akka deemu gochuu; Gurbaa kana horii isaa kenniteefii geggeessuu sii wayya. 3. keessummaadhaa nyaataafi dhugaatii kennaniifii ofi irraa galchuu; Ilma tuusifattee keessummaa ofi irraa geggeessuun baay'uma  rakkisee? 4.hojii hojjechuuf jalqabanii fiixa baasuu; Akkam ! haamaa fixxee? haamaa dhiisii hogdiidhaa geggeessuu, qabda.
Sponsors