Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
geggeeffachuu go.
geggeeffachuu go.
GAO
Hiika
1. keessummaa mana namaa dhufe, faana ba'anii karaatti galfatanii deebi'uu. 2. mana namaa dhufe nyaataafi dhugaatii akka gaariitti kennaniifii keessummeeffachuu 3. waan hojjetan fiixa baafachuu.
Sponsors