Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
garadii ma.
GAO

dubartii mana namaatti galtee hojii hojjettee mindaa fudhattu, hojjettuu mana keessaa.

garafa 1 ma.
GAO

alangaadhaan yookiin shaxeen rukucha. 2. kan waan ballessaa hojjete dhaanicha.

garafa 2
GAO

"horora" ilaalaa.

garafamuu 1
GAO

"hororamuu'' ilaalaa.

garafamuu 2 go.
GAO

1. alangaadhaan yookiin shaxeedhaan rukutamuu. 2. balleessaa hojjetanii dhaanamuu.

garafannaa ma.
GAO

1. alangaan yookiin shaxeedhaan rukutacha. 2. nama balleessaa hojjii dhaannacha.

garagala ma.
GAO

gara duraan Jiran dhiisanii gara biraatti naanna'a.

garagalcha ma.
GAO

1.gara dura jiru irraa gara biraatti naannessa yookiin deebisa. 2. midhaan, bishaan, w. k.f . meesha...

garagalchaa ma.
GAO

1. qixxaa yookiin daabboo jalli bilchaatee akka irris bilchaatu irra isaas eeleetti gadi garagalchan...

garagalchii ma.
GAO

seera malee; "Garagalchii booqaa miilli mataa hooqa."

garagalchuu go.
GAO

1. gara duraan gara biraatti an geeddaruu. 2 . meeshaa dura 2. keessa jiru irraa Kan biraatti naquu;...

garagalfamuu go.
GAO

1.fuulii gara biraatti geeddaramuu. 2 meeshaa biraatti naqamuu. 3 kan duraan nama kuffifate irra ool...

garagaluu go.
GAO

1. fuula yookiin cinaacha gara duraan jiran irraa gara biraatti geeddaruu; Waan isa jibbuuf irraa ga...

garagoomtuu ad.
GAO

lafa otoo hinqotamin bubbule yookiin lafa gabbataa qonnaaf tolu.

garajabeenya ma.
GAO

gara laafina dhabiisa.

garam da.go.
GAO

karaa kam, gara kam, eessa; Abbee garam jira?

garamiin da.go.
GAO

karaa Kamiin, gara kamiin eessaan; Namichi garamiin bade?

garamitti da.go.
GAO

karaa kamitti, gara kamitti; Garamitti deemuu wayya?

garana da.go.
GAO

karaa kana, gara kana, achi odoo hinta'in asi; Achi hindeeminii garana koottu.

garanbaa ma.
GAO

gosa mukaa.

Sponsors