Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
garagalchaa ma.
garagalchaa ma.
GAO
Hiika
1. qixxaa yookiin daabboo jalli bilchaatee akka irris bilchaatu irra isaas eeleetti gadi garagalchan. 2. qonna yeroo lammaffaaf qotamu kan baqaqsaatti aanu; Duraan bajjii baqaqsee, amma garagalchaa qotuu irra jira.
Sponsors