Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
garagalcha ma.
garagalcha ma.
GAO
Hiika
1.gara dura jiru irraa gara biraatti naannessa yookiin deebisa. 2. midhaan, bishaan,
w. k.f . meeshaa duraan keessa jiru irraa kan biraatti jijjiira yookiin naqa. 3. "garagalchaa 2" ilaalaa. 4. kan taayitaa qabu taayitaa irraa buusa.
Sponsors