garagalchuu go.

GAO

Hiika

1. gara duraan gara biraatti an geeddaruu. 2 . meeshaa dura 2. keessa jiru irraa Kan biraatti naquu; Xaafii dooniyaa keessaa qalqallootti garagalchuu wayya. 3 . qonnaa yeroo ammaffaaf qotuu. 4. taayitaa naa buusuu. 5.  bitanii  gurguranii bu'aa argachuu, qanxabo, characharuu.
Sponsors