garagalfamuu go.

GAO

Hiika

1.fuulii gara biraatti geeddaramuu. 2 meeshaa biraatti naqamuu. 3 kan duraan nama kuffifate irra ooluu. 4.taayitaa irraa buufamuu.
Sponsors