Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
deggera ma.
GAO

waanti tokko akka hinkufne jecha wayiin utuba; Manni kun duufee jira deggera wayii jala dhaabuu bar...

deggera ma.
GAO

waanti tokko akka hinkufne jecha wayiin utuba; Manni kun duufee jira deggera wayii jala dhaabuu barb...

deggersa
GAO

"deggera" ilaalaa.

deggersiisuu go.
GAO

akka deggeru gochuu.

deggersiisuu go.
GAO

akka deggeru gochuu.

deggeruu go.
GAO

akka hinkufneef jecha asii ol wayiin qabsiisuu, utubuu; Ba'aan kun na harkaa kufuufii jala gorii ol...

deggeruu go.
GAO

akka hinkufneef jecha asii ol wayiin qabsiisuu, utubuu; Ba'aan kun na harkaa kufuufii jala gorii ol ...

demookiraasii ma.
GAO

namoota filatarnaniin (sirna biyya bulchuu keessatti,) kan yaanni namoota baay'ee biyyatti hojii irr...

demookiraasii ma.
GAO

namoota filatarnaniin (sirna biyya bulchuu keessatti,) kan yaanni namoota baay'ee biyyatti hojii irr...

Dh,dh
GAO

qubee Oromoo kan tarree digdamii saddeettaffaa irratti argamu.

dha fu.
GAO

sagalee maqaa, addeessa,w.k.f.irratti dabalamee dubbii cimsanii ittiin dubbachuu agarsiisu; Xinnoodh...

dha'a
GAO

"dhaha 1" ilaalaa

dha'achiisuu
GAO

"dhahachiisuu" ilaalaa.

dha'achuu
GAO

"dhahachuu" ilaalaa.

dha'amuu
GAO

"dhahamuu" ilaalaa.

dha'annaa
GAO

"dhahannaa" ilaalaa.

dha'umsa
GAO

"dhaha 1" ilaalaa.

dha'uu
GAO

"dhahuu". ilaalaa.

dhaaba dammaa ma.
GAO

qixxaa dammaa kan kanniifni gaagura keessatti qopheessitu yookiin dhaabdu.

dhaaba ma.
GAO

bakka waan tokko irra ijaajju yookiin raawatu. 2. waan irratti walii galan yookiin walii galtee; Dka...

Sponsors