Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
deggeruu go.
deggeruu go.
GAO
Hiika
akka hinkufneef jecha asii ol wayiin qabsiisuu, utubuu; Ba'aan kun na harkaa kufuufii jala gorii ol naaf deggeri. 2. yaada dhiyaate, waan hojjetarne, w.k.f. irratti walii galtee ofii agarsiisuu; Nama biyyi deggerutu biyya bulchuu qaba.
Sponsors