deggera ma.

GAO

Hiika


waanti tokko akka hinkufne jecha wayiin utuba; Manni kun duufee jira deggera wayii jala dhaabuu barbaada. 2. yaada dhiyaate, hojii nojjetarne, w.k.f., irratti walii gala; Namoonni labsii bayeef deggera isaanii kennan.
Sponsors