dhaaba ma.

GAO

Hiika

bakka waan tokko irra ijaajju yookiin raawatu. 2. waan irratti walii galan yookiin walii galtee; Dkaaba tokko irra geenyeeti
gargar deemne. 3. beellama, qaxaroo; Namaa.wajjinan sa'aati sadiitti dhaaba qaba. 4. waldaa keessatti yaada okko bakkaan gahuuf
gurmaa'an,dhaabbata.Fkf, dhaabbata siyaasaa.
Sponsors