Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
demookiraasii ma.
demookiraasii ma.
GAO
Hiika
namoota filatarnaniin (sirna biyya bulchuu keessatti,) kan yaanni namoota baay'ee biyyatti hojii irra oolu, ta'ullee yaanni namoottan garee yartuus kan keessatti iddoon kennamuuf; Biyya demookiraasiidhaan hojjetu keessattigeggeessitooti biyyaa yeroo baay'ee waggaa afur afuritti filatamu; Sirni Gadaa sirna demookiraasii kan waggaa saddeeti saddeetitti geggeessitooti biyyaa keessatti filatamanidha.
Sponsors