Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
waraabuu 2 go.
GAO

1. dhangala'aa yookiin bishaan waan akka okkoteetti bakka jiruu fudhachuu, budduqsuu. 2. calalaa far...

waraana ma.
GAO

waan ittiin waraanan, eeboo; "Waraana darbatanii jinfuu hinqabatan" 2. lola garee adda addaa jidduut...

waraanamuu go.
GAO

1. waan qara qabuun diramuu yookiin uramuu. 2, dubbiidhaan tuqamuu; Jechaan waan waraanameef aare. 3...

waraannachuu go.
GAO

1. harka ofiitiin waraanuu; "Surree jilba irran dhumte abbaatu waraannata, deega ijoollummaan dhufte...

waraansa ma.
GAO

1. meeshaa wara naatiin wal rukuchaa. 2. waan qara qabuun ura. 3. dhibee qaama keessaa nama waraanu.

waraansilee ma.
GAO

qulfii saqqii, huddeellaa, w.k.f; ittiin qabsiifatan.

waraansisuu go.
GAO

akka waraanu gochuu.

waraantoo ma.
GAO

1. mi'a mutaa fakkaatu, kan teepha yookiin mi'a fardaa ittiin hodhan, uraa; Waraantoo ergifateeti te...

waraanuu go.
GAO

1. waan fiixeen qaraatiin qaawwa itti baasuu, uruu; Kuruphee eeboodhaan waraane. 2. lola itti kaasuu...

waraanxoo ma.
GAO

mi'a qoree (qoraattii) ittiin baafatan, kan sibiila irraa qophaawu; Qoree hagamsaa waraanxoo malee q...

warabboo ma.
GAO

bineensa boeonuu fakkaatu; Adamoo deemeeti waraboo ajjeefate.

warajoo ma.
GAO

horii ateeteef dhaaban; Aannan sa'a warajoo ormi hindhugu.

warakkaba ma.
GAO

sagalee ol kaasanii dhageessisa, iyya, wareera; Beerri waanuma xiqqaaf warakkaba guddisti.

warakkabachuu go.
GAO

iyya dhageessffachuu; Kan warakkabachuu beeku badee hinbadu.

warakkabsiisuu go.
GAO

akka iyya dhageessitu gochuu.

warakkabuu go.
GAO

sagalee dhageessisuu, iyyuu, wareeruu; Namni warakkabu dizmannaa hindhabu.

waranxoo
GAO

"waraanxoo" ilaalaa.

waraqaa ma.
GAO

1. waan haphii, diriiraa, bifa adii, kan qalamaan yookiin irsaasiin irratti barreessan, caafan yooki...

warasa ma.
GAO

qabeenya fira firanii dabarfacha yookiin fudhacha, dhaala; Warasatu isa sooromse. 2. samama; Warasa ...

warasamuu go.
GAO

1. qabeenyi nama irraa fudhatamuu; Lafaafi manatu jalaa warasame. 2. dhuunfatamuu, abbaa biraatti da...

Sponsors