Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
warasamuu go.
warasamuu go.
GAO
Hiika
1. qabeenyi nama irraa fudhatamuu; Lafaafi manatu jalaa warasame. 2. dhuunfatamuu, abbaa biraatti dabarfamuu, dhaalamuu;Seera durii keessatti niitii dhirsi irraa du'e waarsaatu warasa.
Sponsors