waraqaa ma.

GAO

Hiika

1. waan haphii, diriiraa, bifa adii, kan qalamaan yookiin irsaasiin irratti barreessan, caafan yookiin kataban; Dabtarri waraqaa irraa qophaa'a. 2. ganzaba waraqaa, qarshii.
Sponsors