Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
waraannachuu go.
waraannachuu go.
GAO
Hiika
1. harka ofiitiin waraanuu; "Surree jilba irran dhumte abbaatu waraannata, deega ijoollummaan dhufte abbaatu tattaafata." 2. mana qorichaa deemanii limmoodhaan (marfeedhaan)qorich.a fudhachuu; Marfee waraannachuuf mana yaalaa dhaqe.
Sponsors