gartokkee waan ta'e; Midhaan qarbata walakkaa bitate. 2. gidduu waan ta'ee; Utubaan mana walakkaa dh...
hojjetanii qixxeetti addaan fudhachuu; Namni lafa hinqabne walakkaa fudhateeti jabaatee qotata.
tuuta dubbii bareedinaaf gaggabaabina of keessaa qabdu, tan yaada gadi fageenya qabu ittiin ibsan, t...
iddoo lagni walitti makamu; Waldaa lagaa irratti bishaanni namicha nyaate. 2. iddoo wanni ta'e lama ...
tapha nama lamaa, kan inni tokko isa biraa kuffisuuf mudhii wal qabanii wal raasan yookiin wal jarja...
qabeenya iddoo tokkotti qaban, walitti kan horan; Qabeenyi walee rakkinaaf nama hinqaqqabu.
sirba namni tokko qofti yookiin lama ta'anii wal jalaa qabanii sagalee qaldhisanii dheeressanii sirb...
gosa mukaa kan yeroo baay'ee hededa lagaa irratti margu, kan mukaafi baalli isaa qoraattii qabu; wal...
seera wal ga'ii irratti namoota argamuun isaan barbaachisu keessaa walakkaa yookiin harka sadii kees...
waan gocha dura galee tokko kan biraatiif, kun sanaaf waan ta'e gochuu agarsiisu; Walii dhiisuu, wal...
garaa walii laafuu yookiin fedha walii beekuu; Hiriyaan himata malee walii beekti.