walaloo ma.

GAO

Hiika

tuuta dubbii bareedinaaf gaggabaabina of keessaa qabdu, tan yaada gadi fageenya qabu ittiin ibsan, tan sammuu namaatti qabachuuf toltu, yeroo baay'ee sagalee wal fafakkaataniin tan xumuramtu; "Sobeetoo yaa waan ormaa, narra conqolaasi dannoo mormaa."
Sponsors