Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
waldaa ma.
waldaa ma.
GAO
Hiika
iddoo lagni walitti makamu; Waldaa lagaa irratti bishaanni namicha nyaate. 2. iddoo wanni ta'e lama walitti dhufu. 3 . gurmuu namootaa, kan akeeka tokko iddoon ga'uuf keessatti qixaa'an.
Sponsors