Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
waldhaansoo ma.
waldhaansoo ma.
GAO
Hiika
tapha nama lamaa, kan inni tokko isa biraa kuffisuuf mudhii wal qabanii wal raasan yookiin wal jarjarsan. 2. walitti rarra'a, adaba dhaba; Ijoollee waldhaansoo guddiftu (baay'istu) daarri irra hinbulu. 3. jireenyaaf jecha dhama'a; Waldhaansoodhaan hiyyummaa jalaa bawu. 4. qabsoo mirga yookiin eenyummaa ofii eeggachuuf godhan.
Sponsors