Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
tuntunoo ad.
GAO

horii dhaqna guutuu; Jibicha tun tunoo qalate.

tuntunuu go.
GAO

bifa haaraa baasuu, lalisuu; Maal nyaattee akkas tuntuntee? 2. furdachuu, gabbachuu.

tuqa ma.
GAO

harki yookiin lukti dhaqna nama biraatti bu'a.

tuqaa ma.
GAO

bineensa akka antuutaa, kan lafa keessaa biyyee ol tuttuqu yookiin dhiibu.

tuqaa mixii ma.
GAO

biyyee mixiin walitti guurtee keessa jiraattu. 2. mixii baay'inaan biyyee walitti guurame jala jiru.

tuqaa rimmaa ma.
GAO

1. biyyee rimmi.(rirmi) walitti guuree keessa jiraatu. 2. rimma (rirma) baayinaan biyyee walitti guu...

tuqaa rirmaa
GAO

"tuqaa rimmaa" ilaalaa.

tuqachuu go.
GAO

dhimma ofiitiif tuquu; Abidda kana itti tuqadhu mulluun dafee haa bilchaatuu; Qotiyyoo kana itti tuq...

tuqamuu go.
GAO

1 . waan tokkoon yookiin nama biraatiin suuta itti bu'arnuu; Uffanni kun harka xuriitiin akka hintuq...

tuqsiisuu go.
GAO

akka harkaan yookiin waan biraatiin tuqu gochuu. 2. arrabaan waraansisuu, arrabsiisuu. 3. qoricha na...

tuquu go.
GAO

1. dhaqnaan itti bu'uu; Harka xuriitin uffata koo tuquu dhiisi. 2. harka wayyaa jalaatiin yookiin da...

tura ma.
GAO

waanti tokko yeroo nita'a yookiin nidhufa jedhame irraa gara boodaatti hafa, yeroo dabarsa; "Tura ya...

turaa ad.
GAO

kan turee argame yookiin turee ta'e; Ilma turanii godhatan Turaa jedhuun.

turaaba ma.
GAO

haphee mukaa kan yeroo abiddatti nam'u aarri isaa urgaawu, waan akka ixaanaa kan bifti isaa ashaboo ...

turbaala ma.
GAO

simbira mataan ishee gurraachaa, kan mi'an garmalee nyaattu.

turjumaana ma.
GAO

1. nama dubbataa jiruuf waan dubbatamaa jiru sana jala jalaa afaan biraatti jijjiiree himu; Turjumaa...

turoo ma.
GAO

dhaaba bantii manaa walakkaa dhaabamee mana asii ol utubu, utubaa manaa.

tursiisuu go.
GAO

akka tursu gochuu.

tursuu go.
GAO

akka turu gochuuf Waan nama tursu hinbeekanii qophaa'aa.

turuu go.
GAO

yeroo yaadame irra dabarsuu, yeroo dheeraa fudhachuu.

Sponsors