tuqsiisuu go.

GAO

Hiika

akka harkaan yookiin waan biraatiin tuqu gochuu. 2. arrabaan waraansisuu, arrabsiisuu. 3. qoricha namatti godhanii akka raata'u yookiin maraatu gochuu; Qoricha tuqsiisuu hin'oolle ishiidhaaf jedheeti maraate.
Sponsors