tuqachuu go.

GAO

Hiika

dhimma ofiitiif tuquu; Abidda kana itti tuqadhu mulluun dafee haa bilchaatuu; Qotiyyoo kana itti tuqadhuutii dafii qonnaa kana fixi. 2. buddeena waan ittiin nyaatan kan akka ittoo, barbarree, w.k.f. ittiin tuquu. 3. wal diddaa nama jidduu jiru akka inni gara lolaatti geeddaramu kakaasuu, tuttuquu.
Sponsors