Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
turjumaana ma.
turjumaana ma.
GAO
Hiika
1. nama dubbataa jiruuf waan dubbatamaa jiru sana jala jalaa afaan biraatti jijjiiree himu; Turjumaanaan dhagaye malee inni afaan faranjii hinbeeku. 2. waan namni dubbate jala jalaa afaan biraatti jijjiira..
Sponsors