bultiin ji'a tokkoo bakka afuritti qoodamee qooda tokko; Jalqabni torbanii Wiixata yammuu ta'u, dhum...
har malee jiidha. 2. jiidhee baay'ee lafa turuudhaan kan ka'e foolii ajaa'aa qabacha.
kan tortore. 2. narna sodaataa, sodaa irraa ka'uudhaan kan dhimma hinbaasne; Tortoraan booree hinbaa...
1. tan jiidhaan turtee foolii ajaawu 'uurnrnatte. 2. dubartii qulqullina ishii hineegganne.
1. jiidhaan yeroo dheeraaf turuudhaan foolii ajaawu uumuu; Foon tortoru ajaa'a. 2. akka malee bilcha...
bareechanii qopheessuu, qixeessuu; Keessummaa fideen dhufaa mana kana totolchii na eegi. 2. waan bad...
ofiif jedhanii bareechanii qopheeffachuu, qixeeffachuu; Qajjii shaashii totolfatteeti ganamaan b...
jecha maqaai, irratti fufamee bakka wanti tokko itti ta'e agarsiisuu; Biyyatti gale; Karaa irratti n...
jecha maqaa yookiin gocha irratti dabalamee waayeen waan sanaa cimsamee jabaatee dubbatamuu isaa aga...
yaada namaa yookiin hojii isaatiif ilaalcha yaraa qabaachuu. 2. ulfina yookiin kabaja dhowwachuu.