totolfachuu go.

GAO

Hiika

 ofiif jedhanii bareechanii qopheeffachuu, qixeeffachuu; Qajjii shaashii  totolfatteeti ganamaan baate. 2 . waan nama jalaa bade sirreeffachuu,fooyyeffachuu.
Sponsors