tortoruu go.

GAO

Hiika

1. jiidhaan yeroo dheeraaf turuudhaan foolii ajaawu uumuu; Foon tortoru ajaa'a. 2. akka malee bilchaachuu; Raafuun abidda irra yoo ture tortoreeti biilchaata. 3. hara malee jiidhuu; Roobni kun uffata na irratti tortorse.
Sponsors