Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
tu fu.
tu fu.
GAO
Hiika
jecha maqaa yookiin gocha irratti dabalamee waayeen waan sanaa cimsamee jabaatee dubbatamuu isaa agarsiisu; Namatu dhufa; Liqiitu irra j ira; Deemeetu dhufe malee, konkolaataadhaan hin dhufne.
Sponsors