Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
talaccee ad.
GAO

daa'ima dhiwoo dhalatte; Mucaa talaccee harma hootun manatti dhiisee dhute.

talbaa ma.
GAO

midhaan ija xixinnoo kan yammuu harkaan qaban mucucaatu, kan yammuu akaayan iyyaa xaaxa'u, kan yoo t...

taliiga ma.
GAO

mala yookiin saayinsii ittiin biyya bulchan, polotiikaa, siyaasa.

taliila ad.
GAO

kan hinboorofne, xurii kan hinqabne, qarruu, bishaan qulqulluu.

taliila'uu go.
GAO

taliila yookiin qarruu ta'uu.

taltallee ad.
GAO

nama yookiin biqiltuu reefuu lafaa baatu, kan hincimin, xobbee, laccee.

tama fu.
GAO

sagalee dhuma lakkoofsaa irratti dabalamee lakkoofsa kudhan kudhan dabalatee deemu, kan mana kudhani...

tamaagala ad.
GAO

nama yookiin horii didaa, daagii; Harree tamaagalatti ba'aa te'een na jalaa jiksite.

tamboo ma.
GAO

baala tumamee yookiin caccabee akka araada baasuuf xuuxan yookiin arraba jala godhatan.

tamirii ma.
GAO

nyaata bifti isaa diimaa haphee mukaa fakkaatu,kan yammuu nyaatan mi'aan isaa gara dammaatti, gaalch...

tamsa'aa ad.
GAO

kan tamsa'e, kan bakka bakkatti faca'e yookiin raabsame.

Tamsa'uu go.
GAO

gargar bawuu yookiin bakka bakkatti faffaca'uu; Obbolaan koo biyya Diyyatti tamsa'anii jiru, Yaadatu...

tamsaasuu go.
GAO

akka tamsa'u gochuu, faffacaasuu.

tana ma. dha.
GAO

waan dhiyoo jiru kan ittiin agarsiisan (nadheeniif yookiin tuffiif).

tapha ma.
GAO

oduu nama hinmukeessine (hinmuusessineJ, kan nama gammachiisuufi ltofalchiisu; Nama tapha beeku b1ra...

taphacha ma.
GAO

waan nama gammachiisu haasa'a, tapha agarsiisa yookiin adeemsisa.

taphachiisuu go.
GAO

1 . akka hinmukoofneef (hinmuusofneeef) nama dudubbachiisuu. 2. gareen ispoortii lamaan akka waliin ...

taphachuu go.
GAO

haasa'uu. 2. tapha (ispoortii) agarsiisuu.

taphataa ad.
GAO

nama taphaan beekame; Taphataan hinjaallatama.

Sponsors