Tamsa'uu go.

GAO

Hiika

gargar bawuu yookiin bakka bakkatti faffaca'uu; Obbolaan koo biyya Diyyatti tamsa'anii jiru, Yaadatu na tamsa'e.
Sponsors