tapha ma.

GAO

Hiika

oduu nama hinmukeessine (hinmuusessineJ, kan nama gammachiisuufi ltofalchiisu; Nama tapha beeku b1ratti hinmukaa 'ani. 2.dhaqna ofii sosochoosuudhaan, olii gadi wawarraaquudhaan, keessumattuu mataa ofii yookiin nama biraa gammachiisuudhaaf waan hojjetamu; Ijoolleen tapha laallatti; i tapha kubbaa hindanda'u .
Sponsors